Naayijeeriyaan Kaameeruuniin injifachuun nuusa xumuraa Waancaa Afrikaa 2023f dhaqabde. Taphataan Atalaantaa Ademolaa Luukmaan galchiiwan lama yoo lakkoofsise, Viiktar Oosimeen galchii tokko mijeessee kenne. Osimeen dogogora
Mootummaan marii nagaa Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) jalqabe marsaa sadaffaaf itti fufuuf qophiidha jedhan pirezidaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa. Obbo Shimallis xumura walgahii
Yamanitti ajjeechaawwan siyaasaa raawwataman Yunaayitid Arab Emiretis (UAE) maallaqaan deeggaruushee BBCn qorannoo gaggeesseen saaxiluu beeksise. Walitti bu’insi mootummaa Yamaniifi mormitootaa hirmaachise hammaachuurra darbee ijoo dubbii
Hidhattoonni Huutii Iraaniin deeggaraman haleellaa misaa’elaa raawwachuu erga ibsanii booda dooniin boba’aa fe’e Galoo Galaanaa Aden irratti gubachaa akka jiru oppireetarri doonichaa himeera. Hidhattoonni Huutiin
“Ijoollee koon guddisa, maaloo na dhiisaa!” “Isin warra tikaati. Bilbilli keenya butameera.“ “Bilbilakoo eessaa argattan? Lamuu natti hin bilbilinaa!“… Deebiin akkasii lola Naannoo Amaaraatti adeemaa
Baankiin Misoomaa Afrikaa erga Ministira Muummee Abiy Ahimad waliin dubbatee booda hojjetootasaa kanan dura Itoophiyaa keessaa baasee ture akka deebisuuf jedhu beeksise. Baankiin Misoomaa Afrikaa
Phaaphaasonni Teessoo Abuna Pheexiroos Hundeessuun too’ataman Kamisa waaree booda mana murtii dhihaataniiru. Abbootni amantaa kunneen mana murtii aanaa Malkaa Noonnootti kan dhihaatan yoo ta’u jeequmsa
Murtoon kuni Afrikaa Kibbaafis tahe Filisxeemiif injifannoo guutuu miti. Dhaddachi Haqaa Addunya(ICJ) Israa’el duula waraanaa geggeessaa jirtu akka dhaabdu hin ajajne. Kunis Hamaas Onkololeessa darbe
Ministirri Dhimma Alaa Jarmanii Anaa Lenaalenaa Beerbook dowwannaasaanii Jibuuttiitti taasisaniif hayyama karaa qilleensa naannoo Ertiraatiin darbuuf isaan dandeessisu waan dhabaniif gara Saa’udiitti imaluudhaaf dirqamu Rooyitarsi
Kora sochii biyyoota walabaa ykn The Non-Aligned Movement (NAM) jedhamu Yugaandaa, Kaampaalaatti gaggeeffamaa jirurratti kan argaman Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiy Ahmad, biyyisaanii hanga fedhiin ulaa galaanaa argachuuf