Obbo Aliyyii Abdii jiraataa aanaa Doobbaa yoo ta’an, waggoota 18 dura yeroo dargaggummaa isaaniitti dubartii tokko waliin hariiroo qabaachaa turuu himu. Yeroo sanatti dubartiin kun
Category: journal
Naayijeeriyaan Kaameeruuniin injifachuun nuusa xumuraa Waancaa Afrikaa 2023f dhaqabde. Taphataan Atalaantaa Ademolaa Luukmaan galchiiwan lama yoo lakkoofsise, Viiktar Oosimeen galchii tokko mijeessee kenne. Osimeen dogogora
Mootummaan marii nagaa Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) jalqabe marsaa sadaffaaf itti fufuuf qophiidha jedhan pirezidaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa. Obbo Shimallis xumura walgahii
Yamanitti ajjeechaawwan siyaasaa raawwataman Yunaayitid Arab Emiretis (UAE) maallaqaan deeggaruushee BBCn qorannoo gaggeesseen saaxiluu beeksise. Walitti bu’insi mootummaa Yamaniifi mormitootaa hirmaachise hammaachuurra darbee ijoo dubbii
Hidhattoonni Huutii Iraaniin deeggaraman haleellaa misaa’elaa raawwachuu erga ibsanii booda dooniin boba’aa fe’e Galoo Galaanaa Aden irratti gubachaa akka jiru oppireetarri doonichaa himeera. Hidhattoonni Huutiin
“Ijoollee koon guddisa, maaloo na dhiisaa!” “Isin warra tikaati. Bilbilli keenya butameera.“ “Bilbilakoo eessaa argattan? Lamuu natti hin bilbilinaa!“… Deebiin akkasii lola Naannoo Amaaraatti adeemaa